DugumaNegera's profile picture.

Negera Duguma

@DugumaNegera

Bineensa bifa namaa uffatee waliin jiraachaa turre! Ilmi namaa gara biyya Lafaa kanatti kan dhufu filannoo taasifatee ykn immoo dhalachuun qaba jedhee iyyata galfatee miti. Waaqa uumaa ganamaatu uumama hundaa fedhaa fi jaalala isaatiin gara dachee kanaatti fide.

DugumaNegera's tweet image. Bineensa bifa namaa uffatee waliin jiraachaa turre!
Ilmi namaa gara biyya Lafaa kanatti kan dhufu filannoo  taasifatee  ykn immoo dhalachuun qaba jedhee iyyata galfatee miti. Waaqa uumaa ganamaatu uumama hundaa fedhaa fi jaalala isaatiin gara dachee kanaatti fide.

Loading...

Something went wrong.


Something went wrong.