GarbiiB's profile picture. Osoon Lubbuun jiruu Itiyoophiiyaa waliin hin jiraadhu ani Garbiin Oromiyaa walaboomte keessa malee.

Garbii Bultoo

@GarbiiB

Osoon Lubbuun jiruu Itiyoophiiyaa waliin hin jiraadhu ani Garbiin Oromiyaa walaboomte keessa malee.

Pinned

t.me/fal_ee Telegram kanaan wal hordofuu dandeenya jechumaaf


Hanga Qawween keenya jirutti rakkoon tokko hinjiru hinyaadiin.

GarbiiB's tweet image. Hanga Qawween keenya jirutti rakkoon tokko hinjiru hinyaadiin.

#AMMEE ☆Dugdaa Daawwaa: Ganda Biyyoo qundhii leencichi to'ateera! Injifannoo! OROMIYAAN BIYYA ✊ ✊ ✊

GarbiiB's tweet image. #AMMEE

☆Dugdaa Daawwaa: Ganda Biyyoo qundhii leencichi to'ateera!

Injifannoo!

OROMIYAAN BIYYA ✊ ✊ ✊

Wal haanyaattu jarrii tokkumaa jechuun ammakaa PP VS Eritirea


Success demands these 6 things.. (The Secret Formula) 1. Hard Work Don't believe in luck, believe in hard work. Stop trying to rush the process or searching for a shortcut. There is none. 2. Patience If you are losing the patience, you are losing the battle.


3. Sacrifice If you don't sacrifice for what you want, then what you want becomes the sacrifice. Everything has its price. The question is: Are you ready to pay it for the life you desire? 4. Consistency Consistency is what transforms average into excellence. Without co


5. Discipline Motivation gets you going, but discipline keeps you growing. There will be days when you don't “feel” like doing it. You have to push through those days regardless of how you feel. 6. Self Confidence Confidence is, I'll be fine if they don't like me.


Wallagga Lixaa Qilxu-Kaarraatti PP’n Dargaggoota Kaampii Raayyaa Ittisaa keessatti walitti qabdee bifa kanaan rashantee boolla tokko naqxe.

GarbiiB's tweet image. Wallagga Lixaa Qilxu-Kaarraatti PP’n Dargaggoota Kaampii Raayyaa Ittisaa keessatti walitti qabdee bifa kanaan rashantee boolla tokko naqxe.

𝗚𝘂𝗷𝗶𝗶𝗟𝘅𝗮𝗮 𝗥𝗶𝗯 𝗽𝗽 𝗴𝗮𝗻𝘂𝘂𝗻 𝗮𝗸𝗸𝗮 𝗮𝗷𝗮𝗮'𝗶𝗯𝗮𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗪𝗕𝗢𝘁𝘁𝗶 𝘆𝗮𝗮'𝗮𝗮 𝗷𝗶𝗿𝘂! መረጃ፦እነዚህ ከምዕራብ ጉጂ ዞን ላይ ፋሽስቱን መንግሥት በመካድ ለጀግናው ሠራዊታችን ዕጅ ሰተዋል....ይልመድባችሁ ጃለን!!!

GarbiiB's tweet image. 𝗚𝘂𝗷𝗶𝗶𝗟𝘅𝗮𝗮

𝗥𝗶𝗯 𝗽𝗽 𝗴𝗮𝗻𝘂𝘂𝗻 𝗮𝗸𝗸𝗮 𝗮𝗷𝗮𝗮'𝗶𝗯𝗮𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗪𝗕𝗢𝘁𝘁𝗶 𝘆𝗮𝗮'𝗮𝗮 𝗷𝗶𝗿𝘂!

መረጃ፦እነዚህ ከምዕራብ ጉጂ ዞን ላይ ፋሽስቱን መንግሥት በመካድ ለጀግናው ሠራዊታችን ዕጅ ሰተዋል....ይልመድባችሁ ጃለን!!!
GarbiiB's tweet image. 𝗚𝘂𝗷𝗶𝗶𝗟𝘅𝗮𝗮

𝗥𝗶𝗯 𝗽𝗽 𝗴𝗮𝗻𝘂𝘂𝗻 𝗮𝗸𝗸𝗮 𝗮𝗷𝗮𝗮'𝗶𝗯𝗮𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗪𝗕𝗢𝘁𝘁𝗶 𝘆𝗮𝗮'𝗮𝗮 𝗷𝗶𝗿𝘂!

መረጃ፦እነዚህ ከምዕራብ ጉጂ ዞን ላይ ፋሽስቱን መንግሥት በመካድ ለጀግናው ሠራዊታችን ዕጅ ሰተዋል....ይልመድባችሁ ጃለን!!!
GarbiiB's tweet image. 𝗚𝘂𝗷𝗶𝗶𝗟𝘅𝗮𝗮

𝗥𝗶𝗯 𝗽𝗽 𝗴𝗮𝗻𝘂𝘂𝗻 𝗮𝗸𝗸𝗮 𝗮𝗷𝗮𝗮'𝗶𝗯𝗮𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗪𝗕𝗢𝘁𝘁𝗶 𝘆𝗮𝗮'𝗮𝗮 𝗷𝗶𝗿𝘂!

መረጃ፦እነዚህ ከምዕራብ ጉጂ ዞን ላይ ፋሽስቱን መንግሥት በመካድ ለጀግናው ሠራዊታችን ዕጅ ሰተዋል....ይልመድባችሁ ጃለን!!!

#Ofeeggannoof Jaallan kaabba liixa shaagaar irran jirtaan ofegaano tolcha ! Waraani komaando mootumaa maafiyaa PP paatirol 3 fi Oraali tokkon meesha Waraana kilaashi turki , Bireeni fi isnaayipari qabaachudhan garasiti deema jirti.


#Ona Malkaa Sooddaa. #Daawwaa Higaateetti Hidhattonni Mootummaa Garee Maafiyaa PP Miseensota Isaanii Ilmaan Oromoo Nama 7 Rashanuuf Qabdee jirti. 30/06/2023tti


MANA SIBUU """"",,,,""",,,,,,"""""," Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo WBOn Dirree Xiyyaaraatti diina daaresse. Bakka Biijjiitii jedhamuttis reeffa diinaa waliraa tuuleera


𝙒𝙖𝙧𝙧𝙞 𝙂𝙖𝙡𝙖𝙖𝙣 𝘼𝙢𝙢𝙖 𝘼𝙠𝙠𝙖𝙢 𝙄𝙨𝙞𝙣𝙞𝙩𝙩𝙞 𝙏𝙤𝙡𝙚 🤣 መረጃ፦ገላን ላይ እንዲህ ተጨብጠዋል...

GarbiiB's tweet image. 𝙒𝙖𝙧𝙧𝙞 𝙂𝙖𝙡𝙖𝙖𝙣  𝘼𝙢𝙢𝙖 𝘼𝙠𝙠𝙖𝙢 𝙄𝙨𝙞𝙣𝙞𝙩𝙩𝙞 𝙏𝙤𝙡𝙚 🤣

መረጃ፦ገላን ላይ እንዲህ ተጨብጠዋል...

Gujii Bahaa godina Nageelle Booranaa jala #Takkaarriitti Gootichii Soddoom booroo PP daareesse diina kaampii baase! IUOf‼️


Hordoftootni Amantaa Islaamaa Hundi Baga Ayyaana 𝗜𝗶𝗱-𝗔𝗹 𝗔𝗱𝗮𝗵𝗮𝗮(𝗔𝗿𝗮𝗳𝗮𝗮) Waggaa 1444ffaa Nagayaan Geessan🙏 ለመላው የእስልምና እምነት ተከታዮች እንኳን ለ1444 ለኢድ አል-አድሃ (አረፋ) በዓል በሠላም አደረሳችሁ:: ኢድ-ሙባረክ!

GarbiiB's tweet image. Hordoftootni Amantaa Islaamaa Hundi Baga Ayyaana 𝗜𝗶𝗱-𝗔𝗹 𝗔𝗱𝗮𝗵𝗮𝗮(𝗔𝗿𝗮𝗳𝗮𝗮) Waggaa 1444ffaa Nagayaan Geessan🙏 

ለመላው የእስልምና እምነት ተከታዮች እንኳን
ለ1444 ለኢድ አል-አድሃ (አረፋ) በዓል በሠላም አደረሳችሁ::
ኢድ-ሙባረክ!

#Sibiillii kuni Walloo Ona Baatee gabaa walakkaa keessatti argama Mootummoonnii habashaa kan Sabboontoota Oromoo irrattii fanniisaa tureedha. Akka Hasan Ammeefaa asittii fannifaman jechuudha. Ummanni gabaa dhufu akka jiiluuf ykn sodaatuuf gabaa walakkaa keessatti fannisaa turan.

GarbiiB's tweet image. #Sibiillii kuni Walloo Ona Baatee gabaa walakkaa keessatti argama Mootummoonnii habashaa kan Sabboontoota Oromoo irrattii fanniisaa tureedha. Akka Hasan Ammeefaa asittii fannifaman jechuudha. Ummanni gabaa dhufu akka jiiluuf ykn sodaatuuf gabaa walakkaa keessatti fannisaa turan.

PPn dargaggoo bakka argiteetti fi qotee bulaa maasaa irratti rashanaa jirti; bor uummata hidhannoo hin qabne fixxee kaan uggurtee opereeshinii kanaan shanee meeqa irratti tarkaanfii fudhanne jettee gabaasuuf jirti.


Gargaarsi Maalaqaa Billion 1 uummata Booranaaf walitti qabame dhadhaa ibidda buute taatee jirti. Qalqaloo saamichaa OPDO kan ta'e Buusaa Gonofaa diina uummata Oromoo akka ta'e himaa turuun keenya ni yaadatama.


𝘼𝙣𝙖𝙖 𝘿𝙝𝙪𝙛𝙪𝙪 Miseensotni raayyaa ittisa impaayerattii kun 1 godinaa arsii lixaa Aanaa Heebaan Arsii ganda Sadee Sadiin jedhamu irraa meeshaa AKM 1, rasasa 150 fudhaachuun WBO Cibraa Jaal Nadhii Gammadaa bira ga'ee jira.

GarbiiB's tweet image. 𝘼𝙣𝙖𝙖 𝘿𝙝𝙪𝙛𝙪𝙪

Miseensotni raayyaa ittisa impaayerattii kun 1 godinaa arsii lixaa Aanaa Heebaan Arsii ganda Sadee Sadiin jedhamu irraa meeshaa AKM 1, rasasa 150 fudhaachuun WBO Cibraa Jaal Nadhii Gammadaa bira ga'ee jira.
GarbiiB's tweet image. 𝘼𝙣𝙖𝙖 𝘿𝙝𝙪𝙛𝙪𝙪

Miseensotni raayyaa ittisa impaayerattii kun 1 godinaa arsii lixaa Aanaa Heebaan Arsii ganda Sadee Sadiin jedhamu irraa meeshaa AKM 1, rasasa 150 fudhaachuun WBO Cibraa Jaal Nadhii Gammadaa bira ga'ee jira.
GarbiiB's tweet image. 𝘼𝙣𝙖𝙖 𝘿𝙝𝙪𝙛𝙪𝙪

Miseensotni raayyaa ittisa impaayerattii kun 1 godinaa arsii lixaa Aanaa Heebaan Arsii ganda Sadee Sadiin jedhamu irraa meeshaa AKM 1, rasasa 150 fudhaachuun WBO Cibraa Jaal Nadhii Gammadaa bira ga'ee jira.
GarbiiB's tweet image. 𝘼𝙣𝙖𝙖 𝘿𝙝𝙪𝙛𝙪𝙪

Miseensotni raayyaa ittisa impaayerattii kun 1 godinaa arsii lixaa Aanaa Heebaan Arsii ganda Sadee Sadiin jedhamu irraa meeshaa AKM 1, rasasa 150 fudhaachuun WBO Cibraa Jaal Nadhii Gammadaa bira ga'ee jira.

#𝙄𝙣𝙟𝙞𝙛𝙖𝙣𝙣𝙤𝙤_𝘽𝙤𝙤𝙣𝙨𝙖𝙖_𝙈𝙪𝙣𝙚𝙚𝙨𝙨𝙖𝙖 #Arsii Bahaa Muneessaa Ganda Heebanitti warra sakattaaf baate leencichi mataa maruun *45 ajjeesee *100 madoo godhe! Odeessa gama meeshan argamee booda walitti deebina OROMIYAAN BIYYA #WBO_Waliin_Fulduratti

GarbiiB's tweet image. #𝙄𝙣𝙟𝙞𝙛𝙖𝙣𝙣𝙤𝙤_𝘽𝙤𝙤𝙣𝙨𝙖𝙖_𝙈𝙪𝙣𝙚𝙚𝙨𝙨𝙖𝙖
#Arsii Bahaa Muneessaa
Ganda Heebanitti warra sakattaaf baate leencichi mataa maruun
*45 ajjeesee 
*100 madoo godhe!
Odeessa gama meeshan argamee booda walitti deebina
OROMIYAAN BIYYA
#WBO_Waliin_Fulduratti

Loading...

Something went wrong.


Something went wrong.